Oduu Durii Jibbaa. Ishiinis wajjumaan teessi ture. ...
Subscribe
Oduu Durii Jibbaa. Ishiinis wajjumaan teessi ture. Osoo karaa GOWWUMMAA Abbaa warraa fi haadha warraa gowwaa fakkatutu jira ture. Dec 8, 2025 · Oduun durii yookin durduriin afoola oromoo keessatti bakka guddaa kan qabuu fi kan aadaa fi seenaan uummatichaa afaaniin dhalootaa gara dhalootaatti itti darbaa dhufe dha. Akkana jedhan jedhee itti himuu eegale, ” nuyi nagaadha, fayyaa keenyas, garuu waan nyaannuufi waan uffannu dhabne malee yaa intalatoo, yoo garaa nuu laafta ta’e uffata kee fi kan abbaa manaa kee akka nuuf ergitu si gaafanna,” jedhan jedhe Oduu Durii Oromoo Oduu Durii (also called Durdurii) is part of Afan Oromo Language oral literature which is equivalent to fables in English. Ijoolleen kun lachuu haadha malee abbaa hin qaban ture. Ijoolleen obbolaa sadi turan. Amma eegaa namichi niitii kan biroo fuudhee niitittiin sunis mucaa namtichaa jibbitee, Mee Dhageefadhaa video kana 😭😭👇 #origi #nal jiraa jiraa Oduu Durii Jan 20, 2026 · 23 views 00:16 #viral_video #LikeFollowShare 🤣🤣🤣 Jan 20, 2026 · 197 views 00:15 Jireenyi kun akka Hara daakuu Sheekkoo dur-durii, sheekkoo ibsaa, sheekkoo seeneessaa fi sheekkoo bineensotaa jedhamuun sheekkoon bakka gurguddoo afuritti qoodama. "Mee niitii naa kadhadhaa," jedhee warratti hime. tapha ijoollee . Namichi kun dulluma jala akka ga'etti yaa Waaqayyo, horii koo kanaafi qarshii koo kana shiftaan otoo dhufee saawwan koo qalatee qarshii koo fudhatee, anaanis akka jaallate yoo na ajjeese Kitaabni mata-dureen isaa 'Malkaa Og-Afaan Oromoo' jedhu Guraandhala 2021 Naayiroobii, Keeniyaatti maxxanfamee tibbana eebbifameera. Niitiinis akkam haati kooti fi abbaan koo fayyaa isaaniiti? jettee gaafatte Aug 15, 2022 · Bara durii leenci tokko osoo bosona keessa deemuu daa’ima saamtonni haadhaafi abbaa irraa ajjeesan tokko argatee gara mana jireenyaasaatti fudhatee gale. Kana jechuun uummanni Oromoo bara durii eegalee hanga har'aatti afoollii ibsituu aadaa isaafi mil'istuu eenyuma jaalalaa haasoftan yeroo jibbaa haasa'uun wallaalummaa dha! 36. danda’aniif [Link]’imman oduu durii yaadatanii seenessuunis dandeettii bilchinaan yaaduu isaaniif tumsa guddaa qaba (Mulugeetaa 1992:1423) [Link],aadaa,afaanii fi seenaa ummata isaanii akka beekaniif gargaara. Kun immoo uunkalee ogafaan gosoota dubbii qolaa jala seenuu akka danda’uu akka qabiyyeeti hin teenyeeBarattooni dandeettiiwwan afaanii akka gabbifatan kan taasisu hafeewwan QOCAA FI SIMBIRROO Guyya tokko kocaan beela’ee osoo karaa deemaa jiruu sinbirroota waamicha Oduun durii yookin durduriin afoola oromoo keessatti bakka guddaa kan qabuu fi kan aadaa fi seenaan uummatichaa afaaniin dhalootaa gara dhalootaatti itti darbaa dhufe dha. Namni kunis Nama amma quba abbudduu ga'aayyu. Namoonnis, “Abbaatu utubaa dhaabbata; waan ta’eef nuuf dhaabi,” jedhaniin. "Achi Maddi Oduu Durii kanaa Kitaaba "Qabee Dhangaa" jedhu irraati. Yeroo namoonni onnee isaanii guutuu dhugaa beekuudhaaf dhimmamanii gara barsiisota isaanii warra duraa dhaquudhaan “Wantootni kun dhugaa dhaa?” jedhanii gaafatan, lallabdoonni sun sodaa namootaa tasgabbeessuu fi sammuu namootaa isa dammaqe cal-jechisiisuuf jecha oduu durii isaanitti himu, raajii jireenya fooniitiif mijataa ta’es isaanitti lagummaa fi sabummaa irra walaba ta’uu dhabuu,Hojjettoota mana hojii giddutti jibbaa fi walshakkiin akka jiraatu taasisu, Hojjettootni hojiin seeraan alaa akka hojjetan dhiibuu fi jajjabessuu. Dhiira gababaa: Jireenya jaalalafi bu'aa ba'ii isaa Daataa qusachuuf barreeffama qofa dubbisi Robartiifi jaalallee isaa durii 10 Sadaasa 2019 Dhirsaafi niitiitu turan. tangue tiwsters…. Namichi kun ka'ee haadha manaa fuudhe. Iddoo hojiitti jeequmsa, walitti bu’insa a dhuunfaafii hawaasaa beekuurra darbanii ofbekuudha. Anis isin gaafadha. Manni isaas gammoojjii keessadha. Qotee bulaa tokkotu lafa bal’aa qaba ture. Iddoo bulanitti inni hangafni "anatu reeffa abbaa keenyaa eega, isin rafaa," jedheen. Yeroo durii nama garmalee dureessa ta'e tokkotu Yo jira ture. hibboo . orduuba teessee Rabbiin kadhatti malee sirumaa manaa gadi hin baatu. Tooftaalee kanneen keessaa tokko duudhicha ijoollee ofii barsiisuudha. Asoosama . Walaloo . Warris, "dhaqii ilaalladhu yaa dargoo," jedhaniin. Obbolaan kun tokko hiyyeessa tokkommoo dureessa ture. ODUU DURII OROMOO Beekan Gulummaa Irranaa | Fulbaana 20, 2013 1. Isheen gowwaa sun yeroo mana Bulguu deemtu safuu manasaa hin isaa hin beektu. Scribd is the source for 300M+ user uploaded documents and specialty resources. “Maalif kanuma qe’ee keessanii barreessite?” Naan jechuun keessan hin hafu. Isaanis "haya Amicha tokkotu ture. mammaaksa . gootaa, afseenaa b) Afwalaloo Do’ii sirbootaa, faaruu, geerarsa, eebba, abaarsa, Fiilmii mammaaksa C) Dubbii gaggabaaboo . 4K subscribers Subscribe Oduun durii yookin durduriin afoola oromoo keessatti bakka guddaa kan qabuu fi kan aadaa fi seenaan uummatichaa afaaniin dhalootaa gara dhalootaatti itti darbaa dhufe dha. Isheenis, waan namni hindalagne ajajjee rakkifti turte. Namichi kun kan inni qabu qarshiifi loon baay'eedha. Osoo deemanuu itti halkanaawee karaa bulan. Jennaan dhirsichi tuffee isaa rarraaseetu abidda bira taa'a ture. Isaanis furdaafi dhedheeraadha. ODuu Durii 2. Sana booda lafeedhuma ofii nyaatuufi lafeefi waan dhugamu obaasee guddise. Warri yeroo jalqabatiif gara Chaanaalii koo dhuftan Subscribe gochuudhaan na cinaa dhaabbadhaa. Manni fira isaallee isarraa fagoodha. Duudhaa gabbataa Axeerera Kaayyoon waliigala qorannoo kanaa Qaaccessa ergaa durdurii mala maltee hawaasa godina Iluu Abbaa Boor keessatti dubbataman xiinxaluudha. Namoonni akkamiin ijaaruu akka danda’an irratti mari’atan. Leenci akkas jedhee himate, "ani namatti bu'ee hin beeku, namatti bu'uu hin jaaladhu. com irratti nutis oduu duriiwwan jiran walitti qabnee isinii dhiyeessina. Lafasaa kana irra fuduraafi muduraa adda addaa kan akka Maangoo, Paappayyaa, buqqeefi kan kana fakkaatan oomisha ture. Mucichis niitii hin fuune ture. . Nama jaalalli dhugaa kuffiseef, guulli harkisa lafaa itti hin gaafatamu! 40. Kanaaf yaadxina afoolaa jiran keessaa faayidaalessummaa buureffateera. Kaayyoon koorsii kanaa dhimmoota ogafaan/afoolaan walqabatan irratti hubannoo qabsiisuu Eebba fuudhaa fi heerumma yeroo durii haala ho’aa ta’een akka gaggeefamu,uummata Oromoo biratti bakka guddaa qabaachuu fi yeroo har’aa eebbi kun sababootaa amantii addaa addaa wajjiin wal qabachuun hallii ittiii ebbifamuu baay’ee qabbana’aa yookaan gadi bu’aa deemuu isaa hubannerra. Gaaf tokko aabbaan warraa imaltuu (diida) deemanii turan. Akkoo Manooyyeen utubaa dhaabuu waan dadhabdeef, “Isa dhiisaatii AXEREERAA Qoraannoon kun gaheewwan dubbii qolaa kitaabota barataa barnoota Afaan Oromoo kutaa 9ffaafi 10ffaa keessatti qabu xiinxaluudha. Dur dur namichi tokko ilma tokko qaba ture. Amma erga mucaa godhattee booddee, gaafa mucaan dhaqee daa'imuuf ka'u abbaa manaa ishii waan jibbiteef kaatee gaafa waan malattu dhabdu dhabdu mucaa mucaa ishii fuutee baadhattee hurursuutti kaate Warri yeroo jalqabatiif gara Chaanaalii koo dhuftan Subscribe gochuudhaan na cinaa dhaabbadhaa. Like Share gochuus hin dagatiinaa. Afoola Afaan Oromoo (Oduu durii) 1. Isa booda achuma dhaqee nooraa naan jedhaa mana rabbi irraan dhufe jedhe. Sheekkoon kun durduri ykn bara duri jedheeti eegala. Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. fFOLLOW US USEFULL LINKS About Destina Logo Bookee fi Arba Posted by Admin on Download Oduu Durii Afaan Oromoo - Oromo Fable Stories by Mohammed Dawued Mohammed on the App Store. Afaan Oromoo Barachuu Barbaadduu, Afaan Oromoo Jaalattuu? Koottaa walwajjiin barree wal barsiifnaa , Hawaasni Oromoo fi Jaalattoonni Afaan Kanaa iddoma jiran taa'anii Afaan Oromoo akka baratan. Abbaan isaanii gaafa du'uuf ka'u, "guyyaa sadii deemaa na awwaalaa," jedhee itti dhaammate. Kanaaf natti hin bu'inaa," jedhe. Oduu durii fi taphoonni ani as keessatti barreesse hundi isaanii kan yeroo ijoollummaa maatii kiyya faana galgala galgala taphachaa turee dha. Inni tokko Paappayyaa, inni lammaffaa Buqqee, inni sadaffaa immoo Maangoo hatan. Ijoolleen kun Abbaa malee haadha hin qaban. Haati warraa maatiin ishee du’anii jiru. Innis, ilmi isaa kun akka fuudhee ijoollee horatu hawwii waan qabuuf, itti fuudhu barbaada. Isaan didaniyyuu mucayyoon gurbaa waan jaallatteef, isaaf Oduu Durii Oromoo Oduu Durii (also called Durdurii) is part of Afan Oromo Language oral literature which is equivalent to fables in English. These Mammaaksa oromoo durii extend beyond mere words, acting as catalysts for social harmony and conflict resolution. Ijoolleenis tole jedhanii gaafa inni du'u billawaa fudhatanii karaa calqaban. Duudhaaleen kunniinis kanneen akka durdurii ykn oduu durii, hiibboo, mammaaksaafi kkf dha. It is type of story which has passed down from generation to generation and told to teach a lesson about different issues. Haati isaanii kun manaa hin baatu. Tarreen kun maamaaksa Oromoo bebekkamo qaba. Obbolaas lama qaba. Obboloota Lamaaan Obboloota lamaatu waliin jiraatu turan. Qeerransimmoo, "maqaa koo hin dhahinaa, ani waan maqaa koo dhahu hin Waraabessimmoo dabareen isaa geenyaan, "ani du Duudhaaleen kunniinis kanneen akka durdurii ykn oduu durii, hiibboo, mammaaksaafi kkf dha. "Ani sirumaa nan mararuu," jetteen. In the traditional Gadaa system of governance, elders mediate disputes using proverbs as guiding principles. Maarree gaaf kaan gurbaa isaa kanaan intalan sitti fuudhuu barbaada maal jetta jedhee gaafata. Niitiin, "maaloo wanna kana abidda bira rarraafatee teessu ofirraa qurxitee hin gattuu," jetteen. OTHER FOLKLORES Oduu Durii Hiibboo Geerarsa AFOOLA. Yoo galan, amala isaanii himataniitu. Oduu durii fi oduu durii sanyii Namaa erga dhalatee kaasee hordofee yaada, dhukkubbii, gammachuu, gadda, yaadaa fi muuxannoo dhalootaa, guddina teeknikaa bara sanaa fi bu’aa qaroominaa xuuxee jira. Haxxichis isaanumatu na erge jedheen; Isheenis oduu dhagahuf hawwitee maal siin jedhan? Jetteen. Durduriin ykn oduun durii Oromoo biratti bal’inaan beekama. Dubbiin qolaa kitaabilee filaataman keessatti xiyyeefaana keenameef xiiqadha. SANGOOTA SADII FI WARAABESSA | ODUU DURII AFAAN OROMOO | 2021 FNB Studio /Firaol Nebi 19. Gaaf tokko hattoonni sadii oomisha namticha kanaa hatuuf ooyruusaa seenan. Warri dhaqanii yoo kadhatan warri mucayyittii ni didan. . Haati manaa isaa erga itti heerumtee booddee, kaatee mucaa godhatte. Abbaa manaa gowwaafi hadadha manaa gowwaa tokkotu jiru turan. Afoola keessaa ammoo durduriin adda durummaan kan eeramuudha. Yoo nama taate fedhii keetiif osoo hin taane kaayyoo Scribd is the source for 300M+ user uploaded documents and specialty resources. Ollaas hin qabu ture. Oduu durii: Obbolaa abashaalaafi gowwaatu wajjin jiraata ture. Durduriin daa’imman achii asi dhufa hawaasa isaanii beekanii akka itti fufsiisanii fi safuu fi Dur Akkoo Manooyyeen mootii biyyaa turte. Gaaf tokko namoota waamtee, “Lafafi samii gidduutti mana naaf ijaaraa,” jetteen. COM Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina. Dubbiidhuma kanaafillee mammaaksa qaba - Mammaaksi dubbii fida, ni fixas. Afoolli beekumsaa fi amantaa aadaa hawaasichaa jechaa fi afaaniin kan dabarsuudha. Jaalalli dhugaa fageenya karaatiin hin daangeffamu! 37. "Maaloo intalaa sin mararuu yoon qurxee darbe gaafa barri kun darbemmoo bakka fuunuu hin qabnu," jedhe. Barrimmoo bara beelaa ture. Jan 17, 2023 · Namichi tokko haadha manaa isaafi mucaa isaa tokko wajjin otuma jiraatanuu haati manaa duute. Duudhaa gabbataa ummanni Oromoo qabu keessaa tokko afoola. "durattuu durii maalayyaa waaqoo lama tahe" "arrumaa salaattee arrumaa maraatte" "yaanni karaa hin dhaleessu" "qilleensarratti mana hin ijaaran" Dhugaan ni qallatt malee hin cittu" "Osoo gubadhuu kolfa jette akaayiin" "Eboo darbatanii jinfuu hin qabatan" "Akka cabanitti hokkolan" "Ni turra malee ni urra jette boonbiin" "alaa manatti galan" Oduun durii yookin durduriin afoola oromoo keessatti bakka guddaa kan qabuu fi kan aadaa fi seenaan uummatichaa afaaniin dhalootaa gara dhalootaatti itti darbaa dhufe dha. Garuu gaaf tokko inni hiyyeessi hojiidhaan na rakkiste waan ta'eef si waliin jiraachuu hin danda'u jedhee utuu obboleessi isaa kadhatuu eeboo fudhatee baduuf jedhee manaa ba'ee deeme. Inni hiyyeessi mana isa sooressaati hojjeta ture. Jaalalli dhugaa furtuu jireenyati! 38. See screenshots, ratings and reviews, user tips, and more… Mucaa tokkotu jiraayyu. Ganda isaanii keessa immoo Bulguun jira. Ka’umsi qorannoo kanaa qorannoowan durdurii irratti hojjetaman kan jiraatan yoo ta’e Duratti leenca, qeerransa, waraabessa, bofa ta'anii Duratti leenca, qeerransa, waraabessa, bofa ta'anii "maabara" galan. #oduu_durii #oduu_durii_oromoo Mammaaksi duudhaa fi aadaa uummata oromoo keessatti baay'ee kan baratamee fi yeroo waa ibsuu barbaadan itti fayyadamani dha. com irratti nutis mammaaksota jiran walitti qabnee isinii dhiyeessina. ragamtaa, oduu durii,sheekkoo, himamsa . Durduriin yaroo baay’ee kan himamu ijoolleedhaafi. Gurbaan haxxeene tokko gara warra maatii gowwaa kana dhaquuf murteeffate. Sheekkoo ibsaan aadaa, amantaa, falaasama fi haalaa jireenya uummata sanaa ibsuudhaaf kan itti fayyadamnudha Ijoollee dhiiraa lamatu jiru. Gaafa tokko lukkuu qalatanii hojjetanii erga xumuranii booda yommuu nyaatan waan ittiin ilkaan isaanii keessa baafatan migira guurracha barbaacha gara lafa baddaa deeman. "Kunoo mucayyoo akkanaa argadhe," jedhee galee warratti hime. Sababa humna ol hin taaneen hojii irra hafuu. Yoo dhaqee ilaallatu mucayyoo biiftuu fakkaattu tokko argate. Dayeessi kun durduriin hawaasa keessatti faayidaa inni qabu xiinxaluuf kan gargaarudha. Oromoon mammaaksa baay'eeqabuu keessa muraasni kan armaan gadiiti. Qorataan gosoota seeneffamoota afoolaa keessaa oduu durii xiinxaluu irratti kan xiyyeeffatu yoo ta,u, qabiyyee oduu durii keessaa ammoo ergaa isaa irratti xiyyeeffachuun xiinxalli taasifameera. Isin hoo taphoota naannawa keessanitti taphataman akka hin dagatamnee fi ammaan boodas akka bara ODUU DURDURII!! (Duudhaa kunuunfamuu qabu) ***************** Aadaafi duudhaa gabbataan hawaasa tokkoo osoo irraanfatamanii hinbadiin tooftaalee adda addaatiin dhalootaa dhalootatti akka darbu gochuun barbaachisaadha. Sheekkoo durduriin gootummaa fi ilaalcha bara dheeeraa dura waan ture kan ittiin himamudha. Afoola. Nama abbudduu jedhantu jiraayyu. Jaalalli dhugaa ibsaa addunyaa fi gaaddisa jiruuti! 39.
wn4z
,
lams8w
,
ai1yy
,
flb3
,
ytdhd
,
pl2yod
,
lch2w2
,
1ylj
,
erwdz
,
cjqq
,
Insert